Month: February 2025

Eenyummaa Maqaa dhalootaa: Eebbisaa Addunyaa Mucee AddunyaaGuyyaa dhalootaa: Bakka dhalootaa: Dambi DoollooGuyyaa du’aa: Hagayya 30, 1996Bakka du’aa: FinfinneeOgummaa: Weellisaa, walaleessaa fi sabboonaaAkaakuu: Sirba aadaa, GeerarsaMeeshaa: Sagalee, GitaaraBara hojjate: 1996Waliin hojjate: Hirphaa Gaanfuree, Daawite Makonnin, Daagim…

Jeneraal Waaqoo Guutuun (1920 – Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga ummata Oromooti . Jeneraal Waaqon umurii isaa guutuu mirga ummata Oromoo kabachiisuf qabsaa’un dabarse.*Ijoollummaa Isaa*Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu abbaasaa Guutuu…

seenaa Oromoota Isa_GootummaafiOromummaansaQixxee_Dhabe!!“Goota gootowwanii, gamna gameeyootaaAbbukaatoo mirgaa, abbaa qabsaa’ootaaJaarraa Abbaa Gadaa, yaa ba’eesa namaaWay osoo si deeyse, haate marraa lamaa.jechudhaan dhaloota Oromoo kan ammaa hundaan Faarfama. Akka hojii isaatiin faaruun kunuu itti xiqaata malee itti…

Oromoon uummata afaan hortee Kuush dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa isa guddaadha. Odeeffannoon jiru akka ibsutti, ummanni Oromoo akka hawaasaatti Gaanfa Afrikaa keessa waggoota kuma baay’eedhaaf jiraacha ture (Prouty et…

Hajii Adam Saaddoo namni hedduun iccitii qabsoo Oromoo luqimsuu isaaniin beekuu seenaan qabsoo isaanii hedduun hin baane jiraa jedhu ilmi isaanii barreessaa Muusaa Hajii.Haji Adam Saaddoo bara 1877 Godina Baalee Aanaa Gobbaa ganda Daraara Magidaa…

Dubartiin Abbaa Manaa Isii Osoo Jaalattuu du’aan dhabde hammam akka miidhamtuu fi miirri akkam akka isiiitti dhagahamu tilmaamuun nama hin rakkisu.Kana malees, ijoollee guddisuu fi dhiibbaa jireenyaa dandamachuun heeddu Akkaan ulfaataa fi Rakkisaadha.Obboleessa kiyya Hubadhu.Irra…