odaa oromo shanani

Odaa Shanan Oromoo Maqaa fi Iddoo /Bakka argamaa

isaanii meeqaa keessanttu quba qaba ?

1.Odaa Roobaa………….Godinaa ,Baalee,Aanaa Gindhiir.
2- Odaa Nabee…………. Shawaa Bahaa ,Aanaa Aqaaqii
3- Odaa Bisil……….. Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Illuu Galaan
4.Odaa Bulluq……………..Horroo Guduruu Wallagga Aanaa Horroo
5- Odaa bultum ………… G/Hararghee
Lixaa,Aanaa Odaa Bultum.